LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Fulbaana ful. 15
  • Hanga Duʼaa Kaʼuun Dhugoomutti

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Hanga Duʼaa Kaʼuun Dhugoomutti
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Nama Jaallannu Yeroo Duʼaan Dhabnu
    Mata Dureewwan Dabalataa
  • Abdiin Du’aa Ka’uu Isiniif Dhugaadhaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2007
  • Jajjabina Abdiin Du’aa Ka’uu Namaaf Argamsiisu
    Waaqa Dhugaa Isa Tokkicha Waaqeffadhu
  • Yesuus Michoota Keenya Duʼan Duʼaa Kaasuuf Humna Qaba
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Fulbaana ful. 15
Jannata keessatti haati takka intala ishii duʼaa kaate hammachaa jirti.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHU

Hanga Duʼaa Kaʼuun Dhugoomutti

Yommuu nama jaallannu duʼaan dhabnutti abdiin duʼaa kaʼuu nu jajjabeessa. Haa taʼuu malee, cubbuu fi duuti hunda keenya xaxanii jiru. (Isa 25:7, 8) Sababiin “Uumamni hundi hanga ammaatti walii wajjin aadaa fi dhiphachaa” itti jiru tokko kana dha. (Rom 8:22) Hanga duʼaa kaʼuun dhugoomutti gadda nama jaallannu duʼaan dhabuudhaan nutti dhagaʼamu dandamachuu kan dandeenyu akkamitti? Dubbiin Waaqayyoo qajeelfama gama kanaan nu gargaaru nuuf kenna.

VIIDIYOO NAMA JAALLANNU YEROO DUʼAAN DHABNU JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Daaniyal, Masaahiiroo fi Yooshiimii irra gadda akkamiitu gaʼe?

  • Yaadawwan viidiyicha irratti ibsaman shanan kan isaan gargaaran akkamitti?

  • Jajjabina hunda irra caalu eenyuu irraa arganna?—2Qo 1:3, 4

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi