LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Ebla ful. 6
  • Yesuus Michoota Keenya Duʼan Duʼaa Kaasuuf Humna Qaba

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yesuus Michoota Keenya Duʼan Duʼaa Kaasuuf Humna Qaba
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Obboleessi Kee ni Kaʼa”!
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
  • Duʼaa Kaʼuun Yesus Nuuf Hiika Maalii Qaba?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2014
  • “Waaqayyoon Nan Abdadha”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
  • Jajjabina Abdiin Du’aa Ka’uu Namaaf Argamsiisu
    Waaqa Dhugaa Isa Tokkicha Waaqeffadhu
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Ebla ful. 6
Yesuus intala Yaayiros yeroo duʼaa kaasu

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | MAARQOS 5-6

Yesuus Michoota Keenya Duʼan Duʼaa Kaasuuf Humna Qaba

5:38-42

  • Haadha iddoo awwaalaa intala ishii bira dhaabbattee gaddaa jirtuu fi yeroo intalli ishii duʼaa kaatu xiinxalaa jirtu takka

    Namni jaallannu yommuu duʼu, gaddi nutti dhagaʼamu abdii duʼaa kaʼuu irratti amantii akka dhabne kan argisiisu miti (Uma 23:2)

  • Seenaawwan waaʼee duʼaa kaʼuu Kitaaba Qulqulluu keessatti ibsaman irratti xiinxaluun amantii duʼaa kaʼuu gara fuulduraatti raawwatamu irratti qabnu nuuf cimsa

Namoonni duʼaa yommuu kaʼan, eenyuun simachuuf hawwiidhaan eeggachaa jirta?

Nama jaallattuu wajjin deebitee yeroo wal argitu haalli akkamii kan uumamu sitti fakkaata?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi