LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Amajjii ful. 14
  • Dargaggoonni Milkaaʼina Akka Argatan Isaan Gargaaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Dargaggoonni Milkaaʼina Akka Argatan Isaan Gargaaraa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Akka Asteer Gad Of Qabuuf Carraaqqii Godhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Ni Yaadattaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2018
  • “Ilma Kee Fudhadhu”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Gorsa Abbaan Tokko Jaalalaan Ilma Isaaf Kenne
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Amajjii ful. 14
Daawit Mootichi ogeeyyii harkaa ijaarsa mana qulqullummaatiif miʼoota qopheessan Solomoonitti argisiisaa jira.

David provides Solomon with craftsmen and materials to build the temple

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Dargaggoonni Milkaaʼina Akka Argatan Isaan Gargaaraa

Daawit, Solomoon gargaarsa Yihowaatiin ijaarsa mana qulqullummaa sirriitti toʼachuu akka dandaʼu hubatee ture (1Se 22:5; w17.01 29 key. 8)

Daawit, Solomoon Yihowaatti amanamuudhaan wanta barbaachisu akka raawwatu isa jajjabeesseera (1Se 22:11-13)

Daawit Solomooniin gargaaruuf wanta dandaʼu hunda godheera (1Se 22:14-16; w17.01 29 key. 7; fakkii qola isaa irra jiru ilaali)

Suuraawwan garaa garaa: 1. Jaarsi gumii tokko akkamitti galmee naannoo tajaajilaa qindeessu akka dandaʼu dargaggeessa tokko leenjisaa jira. Jaarsi gumii kun waaʼee kaartaa, galmee fi kaardii naannoo tajaajilaa isatti himaa jira. 2. Obboleessi dargaggeessa taʼe sun kaardii naannoo tajaajilaa obboleessa kan biraatti argisiisaa jira.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Dargaggoota gumii koo keessa jiran milkaaʼinaa fi gammachuu akka argatan gargaaru kanan dandaʼu akkamitti?’—w18.03 11-12 key. 14-15.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi