LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Bitootessa ful. 4
  • Gorsa Abbaan Tokko Jaalalaan Ilma Isaaf Kenne

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Gorsa Abbaan Tokko Jaalalaan Ilma Isaaf Kenne
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Dargaggoonni Milkaaʼina Akka Argatan Isaan Gargaaraa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Fedhii Fedha Yihowaa Raawwachuuf Qabdan Cimsadhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Lubbuun Namaa Yihowaa Duratti Gatii Guddaa Qaba
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Yihowaatti Kooluu Galaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Bitootessa ful. 4
Fakkiiwwan garaa garaa: 1. Daawit Mootichi inni dulloome pilaanii mana qulqullummaa irratti Solomoonii wajjin mariʼataa jira. 2. Solomoon Mootichi manni qulqullummaa yommuu ijaaramu qajeelfama kennaa jira.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Gorsa Abbaan Tokko Jaalalaan Ilma Isaaf Kenne

Ofuma keetiin Yihowaa beeki (1Se 28:9; w05-AM 2/15 19 key. 9)

Garaa guutuudhaan Yihowaa tajaajili (1Se 28:9; w12 4/15 16 key. 13)

Yihowaatti amanami, akkasumas hin sodaatin (1Se 28:20; w17.09 32 key. 20-21)

Daawit Mootichi inni dulloome ilmi isaa inni dargaggeessii fi muuxannoo hin qabne mana qulqullummaa ijaaruu isa hojii barbaachisaa taʼe jalqabuu isaa dura gorsa kana kenneera. Gorsi kun hunda keenyaaf, keessumaa immoo dargaggootaaf barbaachisaa kan taʼe maaliifi?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi