LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Amajjii ful. 12
  • Qajeelfama Hordofuun Milkaaʼina Argamsiisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Qajeelfama Hordofuun Milkaaʼina Argamsiisa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Seerichi Yihowaan Bineeldotaaf Akka Yaadu kan Argisiisu Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Gorsa Abbaan Tokko Jaalalaan Ilma Isaaf Kenne
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • “Namni Waaqa Fayyaduu Dandaʼaa?”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Saanduqni ykn Taabonni Kakuu Maali Dha?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Amajjii ful. 12
Lewwoonni taabota kakuu baatanii yeroo deemanitti Daawit Mootichi Israaʼeloota kaan wajjin taʼee faarfachaa fi shubbisaa jira.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Qajeelfama Hordofuun Milkaaʼina Argamsiisa

Daawit taabota kakuu Yerusaalemitti geessuu barbaadee ture (1Se 13:3)

Taabonni kakuu karaa dogoggora taʼen akka geeffamu gochuuf yeroo yaaletti hin milkoofne (1Se 15:13; w03-AM 5/1 10-11)

Daawit qajeelfama Yihowaa yeroo barbaadetti milkaaʼina argateera (1Se 15:2; 16:11; w03-AM 5/1 11 key. 13)

Yihowaan kakaʼumsa keenya isa gaarii ni dinqisiifata. Haa taʼu malee, gochi keenya isa duratti fudhatama akka argatuuf qajeelfama isaa hordofuu qabna.—Kes 30:16.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi