LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Amajjii ful. 13
  • Wantoonni Isin Gaddisiisan Jiraatanis Gammachuu Keessan Eeggadhaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Wantoonni Isin Gaddisiisan Jiraatanis Gammachuu Keessan Eeggadhaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Ni Yaadattaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2021
  • Fedhii Fedha Yihowaa Raawwachuuf Qabdan Cimsadhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Dargaggoonni Milkaaʼina Akka Argatan Isaan Gargaaraa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Hojii Humnaa Hojjechuun Ulfina Kee Akka Tuqu Sitti Dhagaʼamaa?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Amajjii ful. 13

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Wantoonni Isin Gaddisiisan Jiraatanis Gammachuu Keessan Eeggadhaa

Daawit mana qulqullummaa bareedaa Yihowaadhaaf ijaaruuf baayʼee hawwee ture (1Se 17:1, 2; w06 8/1 9 key. 1)

Yihowaan mana qulqullummaa sana kan ijaaru isa akka hin taane Daawititti hime (1Se 17:4)

Daawit hojii Yihowaan isaaf kenne irratti xiyyeeffachuu isaa itti fufeera (1Se 17:7; 18:14)

Suuraawwan garaa garaa: 1. Obboleessi abdii kutatee fi meeshaa hafuura baafachuuf gargaaruun fayyadamu tokko wiilcherii irra taaʼee jira. 2. Obboleessi kun namicha gara gaarii barreeffamaa isaa dhufe jiru tokkoof gammachuudhaan dhugaa baʼa jira.

Sababa umurii, fayyaa ykn kan biraatiin itti gaafatamummaa tokko fudhachuuf gahumsa yoo qabachuu baate wanta gochuu dandeessu irratti xiyyeeffachuu kee itti fufi.—HoE 18:5; w21.08 23 key. 11.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi