Amajjii Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa—Barreeffama Qoʼannaa Walgaʼii, Amajjii-Guraandhala 2023 Amajjii 2-8 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Gad Of Qabuu kan Qabnu Maaliifi? Amajjii 9-15 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Miira Ariitii Qabaadhaa Itti Fufaa Amajjii 16-22 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Kitaabni Qulqulluun Seenaa Dhugaa kan Qabatedha Malee Asoosama Miti Amantii Dubbii Waaqayyoo Irratti Qabdan Cimsadhaa Amajjii 23-29 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Kadhannaan Koo Waaʼee Koo Maal Ibsa? AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Yaalii Fayyaa Hatattamaatiif Ammuma Qophaaʼaa Amajjii 30–Guraandhala 5 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Gargaarsa Yihowaatiin Hojii Ulfaataa Siif Kennamu Hojjechuu ni Dandeessa AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Yihowaan Rakkoowwan Keenya Keessatti Nu Gargaara Guraandhala 6-12 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Fedhii Fedha Yihowaa Raawwachuuf Qabdan Cimsadhaa AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Yaada Waaqayyoo Barbaadaa AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Tibba Ayyaana Yaadannootti Galma Baafadhaa Guraandhala 13-19 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Qajeelfama Hordofuun Milkaaʼina Argamsiisa Guraandhala 20-26 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Wantoonni Isin Gaddisiisan Jiraatanis Gammachuu Keessan Eeggadhaa Guraandhala 27–Bitootessa 5 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Dargaggoonni Milkaaʼina Akka Argatan Isaan Gargaaraa AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Ijoolleen Keessan Akka Milkaaʼan Gargaaruuf Dhugaawwan Buʼuuraa Kitaaba Qulqulluutti Fayyadamaa TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI Maree Fakkeenya Taʼu