LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Amajjii ful. 6
  • Kadhannaan Koo Waaʼee Koo Maal Ibsa?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Kadhannaan Koo Waaʼee Koo Maal Ibsa?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Kadhannaadhaan Waaqayyotti Dhihaachuu
    Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?
  • Kadhannaankee Waa’eekee Maal Ibsa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2009
  • Seensa
    The Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2021
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Amajjii ful. 6

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Kadhannaan Koo Waaʼee Koo Maal Ibsa?

Yaabeez nama kabajamaa ture (1Se 4:9)

Kadhannaan isaa akka inni waaqeffannaa dhugaatiif iddoo guddaa kennu argisiisa (1Se 4:10a; w10-AM 10/1 23 key. 3-7)

Yihowaan kadhannaa Yaabeeziif deebii kenneera (1Se 4:10b)

Obboleettiin maanguddoo taate takka garaadhaa kadhachaa jirti. Kitaabni Qulqulluu, akkasumas waraqaan maqaa obboloota mana hidhaa jiranii fi jw.org irratti baʼanii qabate gudeeda ishii irra jira.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Kadhannaan koo waaʼee koo maal ibsa?’—Mat 6:9, 10.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi