LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Amajjii ful. 2
  • Amajjii 2-8

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Amajjii 2-8
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Amajjii ful. 2

Amajjii 2-8

2 MOOTOTA 22-23

  • Faarfannaa 28 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Gad Of Qabuu kan Qabnu Maaliifi?”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 2Mo 23:24, 25—Fakkeenyi Yosiyaas warra ijoollummaatti haalli rakkisaan isaan mudateef jajjabina akkamii taʼa? (w01-AM 4/15 26 key. 3-4)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Mo 23:16-25 (th qoʼannaa 2)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Dhugaa Baʼuu: Kadhannaa—Fr 65:2 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irratti mulʼatan dhaggeeffattoota gaafadhu.

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 1)

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 5) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi; akkasumas barumsa 01​ffaa birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamuun qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisi. (th qoʼannaa 16)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 120

  • Gad Of Qabuu moo Of Tuuluu? (Yaq 4:6): (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu: Garaagarummaan gad of qabuu fi of tuuluu gidduu jiru maalidha? Fakkeenya Musee irraa maal baranna? Yeroo hunda gad of qabuu kan qabdu maaliifi?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 33

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 23 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi