LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Amajjii ful. 8
  • Amajjii 30–Guraandhala 5

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Amajjii 30–Guraandhala 5
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Amajjii ful. 8

Amajjii 30–Guraandhala 5

1 SEENAA BARAA 7-9

  • Faarfannaa 84 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Gargaarsa Yihowaatiin Hojii Ulfaataa Siif Kennamu Hojjechuu ni Dandeessa”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 1Se 9:33—Caqasni kun barbaachisummaa muuziqaan waaqeffannaa dhugaa keessatti qabu hubachuuf kan nu gargaaru akkamitti? (w10 12/15 21 key. 6)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Se 7:1-13 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Kaardii teessoo jw.org kenniif. (th qoʼannaa 16)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 20)

  • Haasaa: (Daq. 5) w21.06 3-4 key. 3-8—Mataduree: Namni Kitaaba Qulqulluu Qoʼachiistan Wanta Barachaa Jiru Akka Hojii Irra Oolchu Gargaaraa. (th qoʼannaa 13)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 38

  • “Yihowaan Rakkoowwan Keenya Keessatti Nu Gargaara”: (Daq. 15) Marii fi viidiyoo.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 36

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 31 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi