LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Amajjii ful. 13
  • Guraandhala 20-26

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Guraandhala 20-26
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Amajjii ful. 13

Guraandhala 20-26

1 SEENAA BARAA 17-19

  • Faarfannaa 110 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Wantoonni Isin Gaddisiisan Jiraatanis Gammachuu Keessan Eeggadhaa”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 1Se 17:16-18—Akkuma Daawit waaʼee maalii mirkanaaʼoo taʼuu dandeenya? (w20.02 12, saanduqa)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Se 18:1-17 (th qoʼannaa 2)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Viidiyoo Dhugaa Baatonni Yihowaa Eenyu? jedhamu beeksisiitii (garuu viidiyicha hin taphachiisin) irratti mariʼadhaa. (th qoʼannaa 17)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya taʼu irra jiruun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 3)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 09 qabxii 4 (th qoʼannaa 9)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 64

  • Gabaasa Tajaajilaa Waggaa: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Gabaasa tajaajilaa waggaa ilaalchisee beeksisa waajjira damee irraa ergame erga dubbistee booda, Gabaasa Waggaa Tajaajilaa Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maraa 2022 irraa dhaggeeffattoonni yaada gaggaarii akka dubbatan isaan affeeri. Babalʼistoota dursitee qopheessitee fi waggaa tajaajilaa bara darbeetti muuxannoo nama jajjabeessuu qabaniif gaafannoo godhi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 38 qabxii 1-4

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 141 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi