LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Amajjii ful. 4
  • Kitaabni Qulqulluun Seenaa Dhugaa kan Qabatedha Malee Asoosama Miti

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Kitaabni Qulqulluun Seenaa Dhugaa kan Qabatedha Malee Asoosama Miti
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaa Tajaajiluun Baayʼee Ulfaataa Miti
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • “Waaqni Kee Yihowaan Maal Si Irraa Barbaada?”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Yihowaan Gocha Ija Jabinaan Raawwatamu ni Eebbisa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Akkaataa Michuu Gaarii Taʼuun Itti Dandaʼamu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Amajjii ful. 4

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Kitaabni Qulqulluun Seenaa Dhugaa kan Qabatedha Malee Asoosama Miti

[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba 1 Seenaa Baraa jedhamu taphachiisi.]

Addaam nama dhugumaan jiraatedha (1Se 1:1; w09-AM 9/1 14 key. 1)

Nohis nama dhugumaan jiraatedha (1Se 1:4; w08 10/1 9 key. 4)

Obboleessi tokko dubbisa Kitaaba Qulqulluu isaa irratti xiinxalaa jira. Yeroo Nohii fi maatiin isaa doonicha ijaaran yaadaan ilaalaa jira.

Namoonni Kitaaba Qulqulluu keessatti caqasaman yaadaan kan uumaman utuu hin taʼin namoota dhugumaan jiraatan akka taʼan yeroo beeknu, barumsa fakkeenya isaanii irraa argannu hordofuuf caalaatti kakaana.—1Qo 15:22; w09-AM 9/1 14-15.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi