LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Bitootessa ful. 8
  • Akkaataa Michuu Gaarii Taʼuun Itti Dandaʼamu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Akkaataa Michuu Gaarii Taʼuun Itti Dandaʼamu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Waaqayyo Michuu Isaa Akka Taatu Si Afeereera
    Michuu Waaqayyoo Taʼuu Dandeessa!
  • Kitaabni Qulqulluun Michummaa Ilaalchisee Maal Jedha?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
  • Waaqa Kee Yihowaatiin Of Jabeessi
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Kitaabni Qulqulluun Seenaa Dhugaa kan Qabatedha Malee Asoosama Miti
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Bitootessa ful. 8

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Akkaataa Michuu Gaarii Taʼuun Itti Dandaʼamu

Michuun keessan yommuu dhiphatu isa jajjabeessaa (1Sa 20:1, 2; w19.11 7 key. 18)

Michuun keessan yommuu balaaf saaxilamu isa akeekkachiisaa (1Sa 20:12, 13; w08 2/15 8 key. 7)

Yommuu maqaan michuu keessaanii balleeffamutti isaaf dhaabbadhaa (1Sa 20:30-32; w09 10/15 19 key. 11)

Hiriyoonni gaaʼelaa tokko obboleessa rakkate tokko dhaggeeffachaa jiru.

Sabni Yihowaa michoota gaarii horachuuf carraa hedduu qabu. Michuu qabaachuuf, nuti iyyuu michuu gaarii taʼuu qabna. Gumii keessaa eenyuun michuu godhachuu barbaadda?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi