LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Caamsaa ful. 15
  • “Waaqni Kee Yihowaan Maal Si Irraa Barbaada?”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Waaqni Kee Yihowaan Maal Si Irraa Barbaada?”
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaa Tajaajiluun Baayʼee Ulfaataa Miti
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Kitaabni Qulqulluun Seenaa Dhugaa kan Qabatedha Malee Asoosama Miti
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Fakkeenyota Faarfannaa Geggeessaa Hafuuraatiin Barreeffame Keessatti Ibsaman Irraa Baradhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Akka Iyyoob Maqaa Gaarii Qabdaa?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Caamsaa ful. 15

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

“Waaqni Kee Yihowaan Maal Si Irraa Barbaada?”

Kabajaa fi jaalala isaaf qabdaniin kakaʼuudhaan Yihowaadhaaf ajajamaa (Kes 10:12; w09-AM 10/1 10 key. 3-4)

Ajajamuun eebba argamsiisa (Kes 10:13; w09-AM 10/1 10 key. 6)

Yihowaan akka isatti dhihaannu barbaada (Kes 10:15; cl 18 key. 2)

Yihowaan akka isaaf ajajamnu nu hin dirqisiisu. Kanaa mannaa, “garaadhaa” akka isa jaallannuu fi isaaf ajajamnu barbaada. (Rom 6:17) Namoonni Yihowaa tajaajiluuf filatan jireenya hunda irra wayyu jiraatu.

Fakkiiwwan garaa garaa: Dubartii Yihowaa tajaajiluuf filatte. 1. Dhugaatii dhugaa jirti, akkasumas tamboo xuuxaa jirti. 2. Qoʼannaa ishii irratti wanti Kitaaba Qulqulluu irraa baratte garaa ishii baayʼee tuqaa jira. 3. Michoota ishii Yihowaa tajaajilan wajjin haasaʼaa jirti.
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi