LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Amajjii ful. 10
  • Fedhii Fedha Yihowaa Raawwachuuf Qabdan Cimsadhaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Fedhii Fedha Yihowaa Raawwachuuf Qabdan Cimsadhaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Abboomamuun Aarsaa Irra Caala”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
  • Daawit Baqachuu Kan Qabu Maaliifi
    Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
  • Qabiyyee 1 Saamuʼel
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • Daawit Mootii Ta’e
    Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Amajjii ful. 10
Fakkiiwwan garaa garaa: 1. Saaʼol of tuulummaadhaan iddoo aarsaa irratti aarsaa dhiheessaa jira. 2. Daawit bishaan loltuu isaa tokko isaaf kenne dhuguu didaa jira.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Fedhii Fedha Yihowaa Raawwachuuf Qabdan Cimsadhaa

Saaʼol waan hin ajajamneef Yihowaan isa dhiiseera (1Se 10:13, 14)

Yihowaan bakka Saaʼol mootii akka taʼuuf Daawitiin filate (1Se 11:3)

Haala Saaʼol irraa faallaa taʼen Daawit seeraa fi qajeelfama Yihowaatiin geggeeffamuu filateera (1Se 11:15-19; w12 11/15 6 key. 12-13)

Daawit fedha Waaqayyoo raawwachuu ni jaallata ture. (Fr 40:8) Wantoota karaa Yihowaan ilaaluun ilaaluu barachuudhaan fedhii wanta sirrii raawwachuuf qabnu guddifachuu dandeenya.—Fr 25:4; w18.06 17 key. 5-6.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi