LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Adoolessa ful. 8
  • Seerichi Yihowaan Bineeldotaaf Akka Yaadu kan Argisiisu Akkamitti?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Seerichi Yihowaan Bineeldotaaf Akka Yaadu kan Argisiisu Akkamitti?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Mala Gaarii Yihowaan Laficha Itti Hihhire
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Yihowaan Israaʼelotaaf Loleera
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Yihowaan Akkamitti Akka Isa Waaqeffannu Barbaada
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Seerichi Yihowaan Dubartootaaf Akka Yaadu kan Argisiisu Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Adoolessa ful. 8

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Seerichi Yihowaan Bineeldotaaf Akka Yaadu kan Argisiisu Akkamitti?

Namni tokko horii miidhaan irra gaʼe argee callisee bira darbuu hin qabu (Kes 22:4; it-1-E 375-376)

Haadhoo simbiraa irratti gocha gara jabina raawwachuun sirrii miti (Kes 22:6, 7; it-1-E 621 key. 1)

Horii gosa garaa garaa walitti camaduun sirrii miti (Kes 22:10; w03-AM 10/15 32 key. 1-2)

Qotiyyoo fi harreen tokko walitti camadamanii. Hojjaan isaanii gara gara waan taʼeef waanjoon isaa gara tokkotti jalʼateera.

Yihowaan akkaataa bineeldota itti qabnuuf xiyyeeffannaa ni kenna. Bineeldotatti garaa jabaachuu ykn ispoortiidhaaf jennee isaan ajjeesuu hin qabnu.—Fak 12:10.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi