LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Fulbaana ful. 2
  • Akka Asteer Gad Of Qabuuf Carraaqqii Godhaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Akka Asteer Gad Of Qabuuf Carraaqqii Godhaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barumsa Akka Gaariitti Waliin Haas⁠a⁠ʼuu Ilaalchisee Argannu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Saba Waaqayyootiif Falmiteetti
    Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa
  • Sabasheetiif Jecha Ogummaafi Ija Jabinaan Tarkaanfii Fudhatteetti
    Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa
  • Dargaggoonni Milkaaʼina Akka Argatan Isaan Gargaaraa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Fulbaana ful. 2
Asteer garee shamarranii irraa xinnoo hiiqxee teessee jirti. Yeroo shamarran kaan of miidhagsuu irratti garmalee xiyyeeffatan ishiin simbirroota finca⁠a⁠ʼaa bishaanii irra jira ilaalaa jirti. Eegduun isaanii hunda isaanii ilaalaa jira.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Akka Asteer Gad Of Qabuuf Carraaqqii Godhaa

[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Asteer jedhamu taphachiisi.]

Asteer shamarree baayʼee bareedduu turte (As 2:7)

Asteer namoonni kan ishii jajatanii fi garmalee kan ishii dinqisiifatan taʼus gad of qabdee jiraatteetti (As 2:9, 15; w17.01 25 key. 11; ia 150 key. 15)

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Dubbii fi gochi koo ilaalchan ofiif qabu ilaalchisee maal mulʼisa?’—w17.01 25 key. 12.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi