LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Fulbaana ful. 3
  • Fulbaana 11-17

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Fulbaana 11-17
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Fulbaana ful. 3

Fulbaana 11-17

ASTEER 3-5

  • Faarfannaa 85 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Warri Kaan Wanta Isaaniif Dandaʼame Hunda Akka Godhan Gargaaraa”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • As 4:12-16—Akkuma Asteerii fi Mordekaay mirga waaqeffannaa keenya kabachiisuuf falmuu kan dandeenyu akkamitti? (kr 181 key. 14)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) As 3:1-12 (th qoʼannaa 2)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Deddeebii Gaaffii—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Deddeebii Gaaffii: Mootummaa—Mat 14:19, 20 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii, gaaffiiwwan viidiyicha irratti mulʼatan dhaggeeffattoota gaafadhu.

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Qophii Kitaaba Qulqulluu tolaan qoʼachiisuuf goone itti himiitii, kaardii teessoo qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisuuf gargaaru kenniif. (th qoʼannaa 16)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 12 seensaa fi qabxii 1-3 (th qoʼannaa 15)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 65

  • Michuu Yihowaa Taʼi—Asteer Ija Jabina Argisiisteetti: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis kan dandaʼamu taanaan ijoollee filadhuutii akkana jedhii isaan gaafadhu: Akkuma Asteer karaawwan kamiin ija jabina argisiisuu barbaaddu?

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 10)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 57

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 125 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi