LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • th qayyabannaa 16 ful. 19
  • Kan Nama Ijaaruu fi Nama Jajjabeessu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Kan Nama Ijaaruu fi Nama Jajjabeessu
  • Dubbisuu Fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Garaa Tuquuf Carraaquu
    Dubbisuu Fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi
  • Karaa Nama Jajjabeessuun Dubbachuu
    Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasiirraa Fayyadami
  • Miira Hoʼaa Qabaachuu
    Dubbisuu Fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi
  • Faayidaa Barumsichaa Ifa Gochuu
    Dubbisuu Fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi
Dabalataan Ilaaluuf
Dubbisuu Fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi
th qayyabannaa 16 ful. 19

QOʼANNAA 16

Kan Nama Ijaaruu fi Nama Jajjabeessu

Caqasa kenname

Iyoob 16:5

YAADA IJOO: Wantoota haala jiru sana fooyyessanii fi dhaggeeffattoonni kee amanannaa akka qabaatan godhan irratti xiyyeeffadhu.

KANA GOCHUUN KAN DANDAʼAMU AKKAMITTI?

  • Dhaggeeffattoota keetiif ilaalcha gaarii qabaadhu. Obboloonni kee Yihowaa gammachiisuu akka barbaadan amanannaa qabaadhu. Gorsa kennuu kan qabdu yoo taʼe illee, hamma dandaʼametti jalqaba garaadhaa galateeffadhu.

    Gorsa gaarii

    Aariidhaan utuu hin taʼin, jaalalaan kakaʼii dubbadhu. Dhaggeeffattoota kee wajjin hariiroo gaarii uumuuf garaadhaa seeqi.

  • Waaʼee rakkinaa baayʼee hin dubbatin. Haasaa kee keessatti waaʼee rakkinaa ibsuu kan qabdu kaayyoo kee galmaan gaʼuuf barbaachisaa yoo taʼe qofa dha. Guutummaan haasaa keetii wantoota nama jajjabeessan irratti kan xiyyeeffate haa taʼu.

  • Dubbii Waaqayyoo akka gaariitti itti fayyadami. Wantoota Yihowaan ilmaan namootaatiif raawwate, raawwachaa jiruu fi gara fuulduraatti raawwatu irratti akka xiyyeeffatan godhi. Dhaggeeffattoonni kee abdii fi jajjabina akka argatan godhi.

TAJAAJILA IRRATTI

Tokkoon tokkoon namaa gara fuulduraatti hidhata amantii kee taʼuu akka dandaʼu yaadi.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi