LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Sadaasa ful. 8
  • Garaa Guutuudhaan Carraaqqii Gochuun Eebba Hedduu Argamsiisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Garaa Guutuudhaan Carraaqqii Gochuun Eebba Hedduu Argamsiisa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Mormitoonni Keenya Nu Dadhabsiisuuf kan Yaalan Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Warra Isaanii Wajjin Jiran Irra Warra Nuu Wajjin Jirantu Caala
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Dubartii Hamtuun Aangoo Argachuuf Hawwitu ni Adabamte
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Yihowaan Hojii Amantiidhaan Raawwatamu ni Eebbisa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Sadaasa ful. 8
Eelsaaʼi dhukkubsatee sireerra ciisee utuma jiruu Yoʼaas Mootichaaf qajeelfama kennaa jira. Yoʼaas xiyyawwan afur harkatti qabatee jira.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Garaa Guutuudhaan Carraaqqii Gochuun Eebba Hedduu Argamsiisa

Eelsaaʼi akkaataa Israaʼel Sooriyaa itti injifattu argisiisuuf Yoʼaas Mootichi wantoota tokko tokko akka raawwatu isa ajajeera (2Mo 13:15-18)

Yoʼaas garuu garaa guutuudhaan waan hin raawwanneef injifannoo argachuu qabu hin arganne (2Mo 13:19; w10 4/15 26 key. 11)

Yihowaan tajaajiltoota isaa cimsanii isa barbaaddatan baayʼisee ni eebbisa (Ibr 11:6; w13-AM 11/1 11 key. 5-6)

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Kutaalee waaqeffannaa armaan gadiirratti garaa guutuudhaan carraaqqii gochaa akkan jiru argisiisuu kanan dandaʼu akkamitti? Kitaaba Qulqulluu dubbisuu, walgaʼiirratti argamuu fi tajaajilarratti hirmaachuu.’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi