Adoolessa 19-25
KEESSA DEEBII 16-18
Faarfannaa 115 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Qajeelfama Murtii Qajeelaa Kennuuf Gargaaru”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Kes 17:7—Namoonni nama yakka raawwate irratti ragaa baʼan dhagaadhaan isa tumuu irratti dursa akka fudhatan Seerichi kan ajaju maaliifi? (it-1-E 787)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) Kes 16:9-22 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Barruu yaada namni haasofsiistu kaasee wajjin deemu kenniif. (th qoʼannaa 3)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenni. (th qoʼannaa 4)
Haasaa: (Daq. 5) it-1-E 519 key. 4—Mata Duree: Gumiin Kiristiyaanaa Abbootii Murtii Qabaa? (th qoʼannaa 18)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Qajeelchaa Yeroo Hundaa Taʼuu ni Dandeessaa?: (Daq. 10) Ilaaltuun ol aanaa tajaajilaa, Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa—Barreeffama Qoʼannaa Walgaʼii Adoolessa 2016 irraa mata dureewwan, “Waggaa Tokkoof Yaaluu ni Dandeessaa?” fi “Sagantaa Qajeelchaa Yeroo Hundaa Taʼuuf Gargaaru” jedhan irratti hundaaʼee mareedhaan kan dhiheessu. Viidiyoo Yihowaan Tajaajila Keenya ni Deggera jedhamu taphachiisiitii irratti mariʼadhaa.
Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 5)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 11 key. 1-8 fi viidiyoo beeksisaa
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 60 fi Kadhannaa