LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Bitootessa ful. 4
  • Bitootessa 21-27

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Bitootessa 21-27
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Bitootessa ful. 4

Bitootessa 21-27

1 SAAMUʼEL 16-17

  • Faarfannaa 7 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Lolichi kan Yihowaa Ti”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 1Sa 16:14, milj.—‘Hafuurri hamaan Yihowaa bira Saaʼolitti dhufe’ yommuu jedhamu maal jechuu dha? (it-2-E 871-872)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Sa 16:1-13 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Waraqaa Affeerrii Ayyaana Yaadannoo: (Daq. 2) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 11)

  • Waraqaa Affeerrii Ayyaana Yaadannoo: (Daq. 3) Nama wajjin hojjettu ykn barattu ykn fira kee kanaan dura dhugaa baateef affeeri. (th qoʼannaa 2)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Nama waraqaa affeerrii Ayyaana Yaadannoo fudhatee fi fedhii akka qabu argisiiseef deddeebii gaaffii godhi. (th qoʼannaa 4)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 3) Nama waraqaa affeerrii Ayyaana Yaadannoo fudhatee fi fedhii akka qabu argisiiseef deddeebii gaaffii godhi. Weebsaayitii keenya akka ilaalu jajjabeessi. (th qoʼannaa 20)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 150

  • “Karaawwan Yihowaatti Akka Amanamnu Itti Argisiisnu Sadi”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Ariʼatama Sodaachuun Nu hin Barbaachisu jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 22 key. 10-22

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 13 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi