LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Bitootessa ful. 4
  • ‘Lolichi kan Yihowaa Ti’

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • ‘Lolichi kan Yihowaa Ti’
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • ‘Lolli kun kan Waaqayyoo Ti’
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2016
  • Ni Yaadattaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
  • Ni Yaadattaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
  • Yeroo Milkaaʼina Argattan Gad Of Qabaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Bitootessa ful. 4
Goliyaad dirree waraanaatti nama gaachana isaaf qabatu duuba dhaabbatee Daawitiin arrabasaa jira.

Daawit Goliyaadiin yommuu rukkutuuf jedhu

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

‘Lolichi kan Yihowaa Ti’

Amantiin Daawit Yihowaa irratti qabu beekumsaa fi wanta duraan isa mudate irratti kan hundaaʼe ture (1Sa 17:36, 37; wp16.5 11 key. 2-3)

Daawit Goliyaadiin ofii isaa wajjin utuu hin taʼin Yihowaa wajjin wal bira qabee ilaale (1Sa 17:45-47; wp16.5 11-12)

Yihowaan Daawit diina guddaa fi sodaachisaa taʼe tokko irratti injifannoo akka argatu godheera (1Sa 17:48-50; wp16.5 12 key. 4; fakkii qola isaa irra jiru ilaali)

Namichi tokko sijaaraa qodaa kosii keessatti gataa jira.

Yeroo tokko tokko rakkoowwan ciccimoon nu mudatu; fakkeenyaaf ariʼatama ykn araada gadhee taʼe tokko moʼuun nu barbaachisa taʼa. Rakkinni nu mudatu guddaa akka taʼe yommuu nutti dhagaʼamutti, rakkinni keenya humna Yihowaa isaa daangaa hin qabne wajjin yeroo wal bira qabamu baayʼee xinnoo akka taʼe haa yaadannu.—Iyo 42:1, 2.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi