LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Bitootessa ful. 6
  • Yeroo Milkaaʼina Argattan Gad Of Qabaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yeroo Milkaaʼina Argattan Gad Of Qabaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Obsaan Yihowaa Eeggadhu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Yihowaan Namaaf ni Yaada
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Ajajamuun Aarsaa Irra Ni Caala
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Tooftaa Waraanaa Daawit
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Bitootessa ful. 6

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yeroo Milkaaʼina Argattan Gad Of Qabaa

Namoonni Israaʼel Daawitiin jajatanii turan (1Sa 18:5-7; w04-AM 4/1 15 key. 4)

Daawit wanta hojjetu hunda irratti Yihowaan milkaaʼina isaaf kennee ture (1Sa 18:14)

Daawit yeroo hundumaa kan gad of qabu ture (1Sa 18:22, 23; w18.01 28 key. 6-7)

Suuraawwan garaa garaa: 1. Obboleessi tokko walgaʼii aanaa irratti haasaa dhiheessaa jira. 2. Obboleessi kun yommuu obboloonni kaan isa jajanii fi xiyyeeffannaa guddaa isaaf kennanitti, gad of qabuudhaan ulfina isaaf kennan fudhachuu didaa jira.

Yommuu eebba Yihowaa argannu gad of qabuun keenya barbaachisaa kan taʼe maaliifi? Kan gad of qabnu taanee jiraachuuf maaltu nu gargaara?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi