BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Obsaan Yihowaa Eeggadhu
Daawit rakkinni isa mudatu akka dhaabbatu gochuuf carraa argatee ture (1Sa 24:3-5)
Daawit rakkina isa mudate karaa Yihowaan ilaaluun ilaaleera, akkasumas of toʼateera (1Sa 24:6, 7)
Daawit Yihowaan rakkina isa mudate akka furu amantii qaba ture (1Sa 24:12, 15; w04-AM 4/1 16 key. 8)
Rakkinni keenya akka dhaabbatu gochuuf wanta deggersa Kitaaba Qulqulluu hin qabne gochuu mannaa, akkuma Daawit obsaan eeggachuu qabna.—Yaq 1:4; w04-AM 6/1 22-23.