BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
Seenaa Ija Jabinaa fi Gamnummaa
[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Abbootii Murtii jedhamu taphachiisi.]
Yihowaan Israaʼelota Moʼaabota irraa oolchuuf Eehudiin kaase (Abo 3:15; w04-AM 3/15 31 key. 3)
Eehud, Egloon Mooticha ajjeesuudhaan Israaʼelonni injifannoo akka argatan godhe (Abo 3:16-23, 30; w04-AM 3/15 30 key. 1-3)
Seenaan kun waaʼee ija jabinaa fi Yihowaatti amanamuu maal nu barsiisa?