LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Bitootessa ful. 6
  • Bitootessa 28–Ebla 3

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Bitootessa 28–Ebla 3
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Bitootessa ful. 6

Bitootessa 28–Ebla 3

1 SAAMUʼEL 18-19

  • Faarfannaa 36 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yeroo Milkaaʼina Argattan Gad Of Qabaa”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 1Sa 19:23, 24—Saaʼol Mootichi “akka raajii” kan taʼe akkamitti ture? (it-2-E 695-696)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Sa 18:25–19:7 (th qoʼannaa 11)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • “Gammachuu Tajaajila Irratti Argattan Guddifadhaa—Barattoonni Keessan Barsiifata Xuraaʼaa Akka Injifatan Gargaaraa”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Barattoonni Kitaaba Qulqulluu Keessan Barsiifata Gadhee Akka Dhiisan Gargaaraa jedhamu taphachiisi.

  • Haasaa: (Daq. 5) km 1/03 1—Mata Duree: Hojii Gad Of Qabuu Barbaadu. (th qoʼannaa 13)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 31

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 15)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) rr boq. 22 key. 23-31 fi saanduqa 22A

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 2 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi