LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Bitootessa ful. 3
  • Ajajamuun Aarsaa Irra Ni Caala

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ajajamuun Aarsaa Irra Ni Caala
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Of Tuulummaan Salphina Geessisa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Kadhannaadhaan Garaa Keessan Yihowaadhaaf Banaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mootiin Keessan Eenyu Dha?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Tooftaa Waraanaa Daawit
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Bitootessa ful. 3
Saaʼol Mootichi loltuun Israaʼel goraadee qabate tokko Agaagiin akka hin ajjeesne itti himaa jira. Duubaan immoo loltuun tokko hoolota hedduu oofaa jira.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Ajajamuun Aarsaa Irra ni Caala

Raajiin Yihowaa Saaʼol Mootichaaf qajeelfama ifa taʼe kennee ture (1Sa 15:3)

Saaʼol ajaja Yihowaa karaa guutuu taʼen raawwachuu dhiisuu isaatiif sababa dhiheesse (1Sa 15:13-15)

Yihowaan waaqeffannaa namoonni isaaf hin ajajamne dhiheessan hin fudhatu (1Sa 15:22, 23; w07 7/1 11 key. 4; it-2-E 521 key. 2)

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Qajeelfama jaarmiyaan Yihowaa kennu yeruma sanaa fi guutummaatti hojii irra nan oolchaa?’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi