LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Amajjii ful. 14
  • Mootiin Keessan Eenyu Dha?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Mootiin Keessan Eenyu Dha?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Ajajamuun Aarsaa Irra Ni Caala
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Tooftaa Waraanaa Daawit
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Of Tuulummaan Salphina Geessisa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Waaqa Kee Yihowaatiin Of Jabeessi
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Amajjii ful. 14
Saamuʼel raajichi yommuu Israaʼelotatti dubbatu harka isaa gara samiitti ol qabaa jira.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Mootiin Keessan Eenyu Dha?

Israaʼelonni of tuulummaadhaan kakaʼanii namni mootii taʼee isaan bulchu akka isaaniif muudamu gaafatan (1Sa 8:4, 5; it-2-E 163 key. 1)

Israaʼelonni Bulchaan isaanii Yihowaan inni ijaan hin mulʼanne akka isaan gaʼu isaanitti hin dhagaʼamne (1Sa 8:7, 8; w11-AM 1/1 27 key. 1)

Yihowaan nama mootii taʼee isaan bulchu yoo qabaatan rakkina isaan irra gaʼuu dandaʼu isaan akeekkachiiseera (1Sa 8:9, 18; w10 1/15 30 key. 9)

Yihowaan yeroo hundumaa uumamawwan isaa hunda irratti ol aantummaa akka qabu ni argisiisa. Bulchiinsi isaa gaarummaa kan qabuu fi ulfina warra isa jalatti bulanii kan eegu dha. Bulchiinsa isaatiif ajajamuunii fi deggeruun keenya eebba bara baraa nuuf argamsiisa.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Jireenya koo keessatti bulchiinsa Yihowaatiif akkan bitamu argisiisaa kanan jiru akkamitti?’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi