LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Bitootessa ful. 2
  • Of Tuulummaan Salphina Geessisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Of Tuulummaan Salphina Geessisa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Ajajamuun Aarsaa Irra Ni Caala
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Saaʼol Jalqaba Nama Gad Of Qabuu fi Humna Isaa Beeku Ture
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • “Abboomamuun Aarsaa Irra Caala”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
  • Tooftaa Waraanaa Daawit
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Bitootessa ful. 2
Saaʼol Mootichi of tuulummaadhaan iddoo aarsaa irratti aarsaa gubamu dhiheessaa jira.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Of Tuulummaan Salphina Geessisa

Saaʼol Mootichi haala baayʼee rakkisaa keessa akka jiru itti dhagaʼamee ture (1Sa 13:5-7)

Saaʼol iddoo ofii isaa beekee qajeelfama Yihowaa hordofuu mannaa of tuulummaadhaan tarkaanfii fudhate (1Sa 13:8, 9; w00-AM 8/1 13 key. 17)

Yihowaan Saaʼoliin adabeera (1Sa 13:13, 14; w07 7/1 13 key. 8)

Namni tokko of tuulummaadhaan tarkaanfii kan fudhatu yommuu ariitiidhaan ykn gowwummaadhaan wanta isaaf hin heyyamamne raawwatutti dha. Of tuulummaan faallaa iddoo ofii beekuu ti. Haalawwan namni tokko akka of tuulu isa qoruu dandaʼan kamfaʼi?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi