LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Amajjii ful. 15
  • Saaʼol Jalqaba Nama Gad Of Qabuu fi Humna Isaa Beeku Ture

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Saaʼol Jalqaba Nama Gad Of Qabuu fi Humna Isaa Beeku Ture
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Of Tuulummaan Salphina Geessisa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • “Abboomamuun Aarsaa Irra Caala”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
  • Ajajamuun Aarsaa Irra Ni Caala
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Gumichi “Nagaa Guddaa Argate”
    Waaʼee Mootummaa Waaqayyoo ‘Guutummaatti Dhugaa Baʼuu’
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Amajjii ful. 15

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Saaʼol Jalqaba Nama Gad Of Qabuu fi Humna Isaa Beeku Ture

Saaʼol nama humna isaa beeku waan tureef mootii taʼuuf mamee ture (1Sa 9:21; 10:20-22; w20.08 10 key. 11)

Saaʼol yeroo namoonni waaʼee isaa dubbii gaarii hin taane dubbatanitti ariifatee tarkaanfii hin fudhanne (1Sa 10:27; 11:12, 13; w14 3/15 9 key. 8)

Saaʼol qajeelfama hafuura Yihowaa fudhatee ture (1Sa 11:5-7; w95-AM 12/15 10 key. 1)

Jaarsi gumii tokko obboleettii waraqaa affeerrii cidhaa qabatee jirtuu takkatti caqasa Kitaaba Qulqulluu argisiisaa jira.

Gad of qabuun mirgaa fi dandeettii keenya Yihowaa biraa akka argannetti ilaaluuf nu gargaara. (Rom 12:3, 16; 1Qo 4:7) Akkasumas, kan gad of qabnu yoo taʼe, qajeelfama Yihowaatti amanamuu keenya itti fufna.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi