LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Caamsaa ful. 4
  • Caamsaa 16-22

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Caamsaa 16-22
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Caamsaa ful. 4

Caamsaa 16-22

2 SAAMUʼEL 1-3

  • Faarfannaa 103 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “‘Iddaa’ Irraa Maal Baranna?”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 2Sa 1:26—Daawit Yonaataaniin “obboleessa koo” jedhee kan waame maaliif taʼuu dandaʼa? (it-1-E 369 key. 2)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Sa 3:1-16 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 3)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Kitaaba Qulqulluu tola akka barsiisnu ibsiif, akkasumas kaardii teessoo jw.org kenniif. (th qoʼannaa 20)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 04 qabxii 5 fi Namoonni Tokko Tokko Akkana Jedhu (th qoʼannaa 19)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 107

  • “Jaalalli . . . Jalʼinatti hin Gammadu”: (Daq. 7) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Wanta Jaalalli Godhuu fi Wanta Jaalalli hin Goone Yaadadhaa—Jalʼinatti hin Gammadu jedhamu taphachiisi.

  • “Jaalalli . . . Waan Hundumaa Abdata”: (Daq. 8) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Wanta Jaalalli Godhuu fi Wanta Jaalalli hin Goone Yaadadhaa—Waan Hundumaa Abdata jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 04

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 2 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi