Caamsaa Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa—Barreeffama Qoʼannaa Walgaʼii, Caamsaa-Waxabajjii 2022 Caamsaa 2-8 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Tooftaa Waraanaa Daawit Caamsaa 9-15 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Waaqa Kee Yihowaatiin Of Jabeessi Caamsaa 16-22 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU “Iddaa” Irraa Maal Baranna? AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU “Jaalalli . . . Jalʼinatti hin Gammadu” AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU “Jaalalli . . . Waan Hundumaa Abdata” Caamsaa 23-29 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Yihowaa Akka hin Gaddisiisne Sodaa Sirrii Qabaadhu AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Jeequmsa Uummataa Dandamachuuf Qophooftaniittuu? Caamsaa 30–Waxabajjii 5 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Yihowaan Daawitii Wajjin Kakuu Gale AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Haala Yeroo Ammaatti Jiru Tajaajila Keessan Irratti Fayyadamaa Waxabajjii 6-12 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Daawit Jaalala Amanamaa Argisiiseera Waxabajjii 13-19 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Fedhiiwwan Dogoggoraa Akka Si Toʼatan hin Heyyamin AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Fedhii Keessan Toʼadhaa Waxabajjii 20-26 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Amnoon Ofittoo Taʼuun Isaa Gadda Cimaa Geessise AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Namoonni Yihowaa fi Yesuus Irratti Amantii Akka Qabaatan Gochuuf Kitaaba “Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!” Jedhamu Fayyadamaa Waxabajjii 27–Adoolessa 3 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU Abishaalom Kooraan kan Kaʼe Fincileera AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU “Jaalalli . . Of hin Bokoksu” TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI Maree Fakkeenya Taʼu