LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Caamsaa ful. 6
  • Caamsaa 23-29

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Caamsaa 23-29
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Caamsaa ful. 6

Caamsaa 23-29

2 SAAMUʼEL 4-6

  • Faarfannaa 135 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yihowaa Akka hin Gaddisiisne Sodaa Sirrii Qabaadhu”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 2Sa 6:8, 9—Wanta Daawit yeroo Yihowaan aaretti godhe irraa maal baranna? (w96-AM 4/1 29 key. 1)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Sa 4:1-12 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 12)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Viidiyoo Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuu kan Qabnu Maaliifi? jedhamu beeksisi (garuu viidiyicha hin taphachiisin). (th qoʼannaa 9)

  • Haasaa: (Daq. 5) w05-AM 10/1 23-24 key. 14-15—Mata Duree: “Waaqayyoon Sodaadhaa, Ulfinas Isaaf Kennaa.”—Mul 14:7. (th qoʼannaa 19) 

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 143

  • “Jeequmsa Uummataa Dandamachuuf Qophooftaniittuu?”: (Daq. 15) Jaarsa gumiitiin mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Balaadhaaf Qophoofteettaa? jedhamu taphachiisi. Yaadachiisa waajjirri damee fi qaamni jaarsolii kennan yoo jiraate dubbadhu.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 05

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 96 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi