LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Caamsaa ful. 2
  • Caamsaa 2-8

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Caamsaa 2-8
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Caamsaa ful. 2

Caamsaa 2-8

1 SAAMUʼEL 27-29

  • Faarfannaa 71 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Tooftaa Waraanaa Daawit”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 1Sa 28:15—Saaʼol yeroo kanatti kan arge eenyuun ture? (w10-AM 1/1 20 key. 5-6)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Sa 27:1-12 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Dhugaa Baʼuu: Rakkina—Yaq 1:13 jedhamu taphachiisi. Viidiyicha bakka takka turutti dhaabbachiisiitii gaaffiiwwan viidiyicha irratti mulʼatan dhaggeeffattoota gaafadhu.

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 1)

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 5) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniifiitii, viidiyoo Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuu kan Qabnu Maaliifi? jedhamu beeksisi (garuu viidiyicha hin taphachiisin). (th qoʼannaa 6)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 129

  • Ariʼatama Dandamatanii Dhaabbachuu: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha taphachiisi. Achiis akkana jedhii dhaggeeffattoota gaafadhu: Obboloota keenya Naazii Jarman keessa turan irraa maal baranna? Obboloota keenya Raashiyaa fi Tokkummaa Sooviyeet duraanii keessa turan irraa maal baranna?

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 02

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 94 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi