LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Caamsaa ful. 2
  • Tooftaa Waraanaa Daawit

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Tooftaa Waraanaa Daawit
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Ajajamuun Aarsaa Irra Ni Caala
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Obsaan Yihowaa Eeggadhu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Yeroo Milkaaʼina Argattan Gad Of Qabaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Yihowaatti Amanami—Yoom?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Caamsaa ful. 2

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Tooftaa Waraanaa Daawit

Daawit iddoo Saaʼol jalaa miliquu itti dandaʼu argachuuf yaaleera (1Sa 27:5-7; it-1-E 41)

Daawit daangaa Yihudaa eegeera (1Sa 27:8, 9; w21.03 4 key. 8)

Daawit Akiishitti kan himu wanta godhu hunda hin turre (1Sa 27:10-12; it-2-E 245 key. 6)

Obboleessi tokko yeroo poolisoonni gaaffii isa gaafatanitti cal jedhee jira.

Yeroo harʼaatti, abbootiin taayitaa hojii keenya daangessuu fi waaʼee obboloota keenyaa nu gaafachuu dandaʼu taʼa. Yeroo akkasiitti obboloota keenya balaadhaaf akka hin saaxilleef callisuun keenya gaariidha.—Fak 10:19; 11:12; Lal 3:7.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi