LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Caamsaa ful. 14
  • Waxabajjii 27–Adoolessa 3

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waxabajjii 27–Adoolessa 3
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Caamsaa ful. 14

Waxabajjii 27–Adoolessa 3

2 SAAMUʼEL 15-17

  • Faarfannaa 123 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Abishaalom Kooraan kan Kaʼe Fincileera”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 2Sa 16:4—Daawit ariifatee murtoo gochuun isaa maal nu barsiisa? (w18.08 6 key. 11)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Sa 17:17-29 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Mormii baramaa taʼe tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 7)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Viidiyoo Qayyabannaan Macaafa Qulqulluu Akkamitti Geggeeffama? jedhamu beeksisi (garuu viidiyicha hin taphachiisin). (th qoʼannaa 2)

  • Haasaa: (Daq. 5) w09 5/15 27-28—Mata Duree: Tajaajila Keessan Irratti Hinaaffaa Iitaay Argisiise Hordofaa.—2Sa 15:19-22. (th qoʼannaa 13)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 106

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa (Daq. 5)

  • “Jaalalli . . . Of hin Bokoksu”: (Daq. 10) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Wanta Jaalalli Godhuu fi Wanta Jaalalli hin Goone Yaadadhaa—Of hin Bokoksu jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 10

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 87 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi