LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Caamsaa ful. 10
  • Waxabajjii 13-19

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waxabajjii 13-19
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Caamsaa ful. 10

Waxabajjii 13-19

2 SAAMUʼEL 11-12

  • Faarfannaa 121 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Fedhiiwwan Dogoggoraa Akka Si Toʼatan hin Heyyamin”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 2Sa 12:13—Sababiiwwan Yihowaan Daawitii fi Baat Sheebaa ajjeesuu itti dhiise tokko tokko maalfaʼi? (it-1-E 590 key. 1)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Sa 11:1-15 (th qoʼannaa 10)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu fayyadamiitii qoʼannaa akka jalqabu affeeri. (th qoʼannaa 11)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamuun qoʼannaa akka jalqabu affeeri; achiis barumsa 01 qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu jalqabsiisi. (th qoʼannaa 13)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 05 qabxii 5 (th qoʼannaa 15)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 29

  • “Fedhii Keessan Toʼadhaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Tamboo Xuuxuudhaan Of hin Gubin jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 08

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 28 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi