LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Caamsaa ful. 10
  • Fedhiiwwan Dogoggoraa Akka Si Toʼatan hin Heyyamin

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Fedhiiwwan Dogoggoraa Akka Si Toʼatan hin Heyyamin
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Karaa Gara Cubbuu fi Duʼaatti Geessu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • “Sammuu Keessan Haaressuudhaan Jijjiiramaa”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
  • Ni Yaadattaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2019
  • Ni Yaadattaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Caamsaa ful. 10
Daawit bantii mana isaa irra dhaabatee Baat Sheebaa ilaalaa jira.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Fedhiiwwan Dogoggoraa Akka Si Toʼatan hin Heyyamin

Daawit fedhiin dogoggoraa garaa isaa keessatti akka guddatu heyyamee ture (2Sa 11:2-4; w21.06 17 key. 10)

Daawit balleessaa isaa dhoksuuf aangoo isaa karaa dogoggoraa fayyadameera (2Sa 11:5, 14, 15; w19.09 17 key. 15)

Daawit cubbuu raawwateen kan kaʼe miidhaa guddaan isa irra gaʼeera (2Sa 12:9-12; w18.06 17 key. 7)

Wantoota dogoggoraa ilaaluu ykn yaaduu irraa fagaachuuf of toʼachuun nu barbaachisa. (Gal 5:16, 22, 23) Yihowaan fedhiin dogoggoraa garaa keenya keessatti hidda akka gad hin fageeffanne nu gargaaruu dandaʼa.

AKKAS JEDHII OF GAAFADHU: ‘Caalaatti yaada koo toʼachuun kan na barbaachisu kallattii kamiini?’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi