LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb19 Fulbaana ful. 6
  • Karaa Gara Cubbuu fi Duʼaatti Geessu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Karaa Gara Cubbuu fi Duʼaatti Geessu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Qorumsa
    Dammaqaa!—2017
  • “Qulqulloota Taʼuu Qabdu”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Jireenya Lafa Irra Jiru kan Uume Yihowaa Dha
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Fedhiiwwan Dogoggoraa Akka Si Toʼatan hin Heyyamin
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
mwb19 Fulbaana ful. 6
Obboleessi tokko qorumsa garaa garaa irratti yaadaa jira: qabeenya, konkolaataa ispoortii, tamboo fi dubartii kolomsitu

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | YAAQOOB 1-2

Karaa Gara Cubbuu fi Duʼaatti Geessu

1:14, 15

Yaadawwan sirrii hin taane yommuu gara sammuu keessanitti dhufan wantoota kana godhaa:

  • Wanta kan biraa irratti xiyyeeffachuuf carraaqaa.—Flp 4:8

  • Miidhaa cimaa qorumsaan moʼamuun geessisu irratti xiinxalaa.—Kes 32:29

  • Kadhadhaa.—Mat 26:41

Yaanni sirrii hin taane gara sammuu keessanitti yommuu dhufu, wantoota gaggaarii akkamii irratti xiinxaluu dandeessu?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi