LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Caamsaa ful. 9
  • Daawit Jaalala Amanamaa Argisiiseera

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Daawit Jaalala Amanamaa Argisiiseera
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaa Akka hin Gaddisiisne Sodaa Sirrii Qabaadhu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Gaaffii Dubbistootaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2022
  • Jaalalli Yihowaa Inni Amanamaan Siif Hiika Akkamii Qaba?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2021
  • Waaqa Kee Yihowaatiin Of Jabeessi
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Caamsaa ful. 9

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Daawit Jaalala Amanamaa Argisiiseera

Daawit nama jaalala amanamaa itti argisiisu tokko argachuu barbaadee ture (2Sa 9:1; w06-AM 6/15 14 key. 6)

Daawit Mefibosheet gargaaruuf dafee tarkaanfii fudhateera (1Sa 20:15, 42; 2Sa 9:5-7; w05-AM 5/15 17 key. 11)

Daawit dhaala Mefibosheet akka isaaf bulchuuf Ziibaa ramadeera (2Sa 9:9, 10; w02-AM 2/15 14 key. 10)

Obboleettiin maanguddoo takka obboleettii dargaggeettii taate takka hammattee jajjabeessaa jirti.

Daawit waadaa Yonaataaniif gale hin irraanfanne. Obboloota keenyatti jaalala amanamaa argisiisuu qabna.—Fr 41:1, 2; Fak. 19:17.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi