LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Caamsaa ful. 12
  • Waxabajjii 20-26

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waxabajjii 20-26
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Caamsaa ful. 12

Waxabajjii 20-26

2 SAAMUʼEL 13-14

  • Faarfannaa 127 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Amnoon Ofittoo Taʼuun Isaa Gadda Cimaa Geessise”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 2Sa 14:25, 26—Fakkeenyi Abishaalom waaʼee bareedina dhugaa maal nu barsiisa? (g05-AM 2/8 8-9)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Sa 14:8-20 (th qoʼannaa 2)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Yaada namichi kaaseef barreeffama deebii isaa qabate tokko kenniif. (th qoʼannaa 12)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi. Walgaʼii keenya irratti akka argamu isa affeeri. (th qoʼannaa 18)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 05 qabxii 6 fi Namoonni Tokko Tokko Akkana Jedhu (th qoʼannaa 18)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 68

  • “Namoonni Yihowaa fi Yesuus Irratti Amantii Akka Qabaatan Gochuuf Kitaaba Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! Jedhamu Fayyadamaa”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Kitaaba “Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!” Jedhamuun Namoonni Yihowaa Irratti Amantii Akka Qabaatan Gargaaraa, akkasumas viidiyoo Kitaaba “Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!” Jedhamuun Namoonni Yesuus Irratti Amantii Akka Qabaatan Gargaaraa jedhamu taphachiisi.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 09

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 47 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi