LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Caamsaa ful. 16
  • Haala Yeroo Ammaatti Jiru Tajaajila Keessan Irratti Fayyadamaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Haala Yeroo Ammaatti Jiru Tajaajila Keessan Irratti Fayyadamaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Akkuma Haala Isaatti Akkaataa Dhiheenyaa Keenya Jijijjiiruu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Addunyaa Yeroo Yeroodhaan Jijjiiramu Keessatti Lallabuu
    Tajaajila Mootummaa—2003
  • Dhugaa Barsiisuu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2018
  • Meeshaalee Buʼuuraa Barsiisuuf Itti Fayyadamnutti Karaa Buʼa Qabeessa Taʼeen Itti Gargaaramuu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Caamsaa ful. 16
Obboleettii tajaajilaaf qophaaʼaa jirtu takka. Tiraaktii harkatti qabattee kompiitara ishii irraa oduu haaraa ilaalaa jirti.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Haala Yeroo Ammaatti Jiru Tajaajila Keessan Irratti Fayyadamaa

Yesuus tajaajila isaa irratti namoota barsiisuuf haala yeroo sana turetti fayyadameera. (Luq 13:1-5) Isinis xiyyeeffannaa namootaa ergaa Mootummichaatti harkisuuf haala yeroo ammaa jirutti fayyadamuu dandeessu. Waaʼee qaalaʼiinsa jireenyaa, balaa uumamaa, jeequmsa uummataa, qoricha sammuu hadoochuu fudhachuu ykn wantoota kana fakkaatan erga eertanii booda, gaaffii miira namaa hawwatu gaafadhaa. Akkas jettanii gaafachuu dandeessu: “ . . . gaaf tokko ni hafaa jettee yaaddaa?” ykn “. . .  furmaata kan qabu akka taʼe sitti dhagaʼamaa?” Achiis caqasa dhimmichaa wajjin walitti dhufeenya qabu tokko dubbisaafii. Namichi yoo fedhii argisiise, Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessaa viidiyoo ykn barreeffama tokko itti argisiisaa. Garaa namoota naannoo tajaajilaa keenya keessa jiranii tuquuf yommuu yaallutti, ‘misiraachichaaf jennee waan hundumaa haa goonu.’—1Qo 9:22, 23.

Namoota naannoo tajaajilaa keessan keessa jiran wantoota akkamiitu isaan hawwata?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi