LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Caamsaa ful. 15
  • “Jaalalli . .  Of hin Bokoksu”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Jaalalli . .  Of hin Bokoksu”
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • ‘Jaalalaan Deddeebiʼuu Kee Itti Fufi’
    Yihowaatti Dhihaadhu
  • “Jaalalli . . . Waan Hundumaa Abdata”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Jaalala Isa Yoomiyyuu Hin Badne Hordofaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2009
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Caamsaa ful. 15
Suuraa garaa garaa: 1. Obboleessi tokko Kitaaba Qulqulluu dubbisuu isaa dura kadhachaa jira. 2. Galma Walgaʼii qulqulleessaa jira. 3. Innii fi haati manaan isaa maanguddoo tokko hospitaalatti gaafachaa jiru.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

“Jaalalli . . . Of hin Bokoksu”

Jaalalli amala gad of qabuu akka argisiisnu nu gargaara. (1Qo 13:4) Obboloota keenya yommuu jaallannu akka isaan caallu goone hin yaadnu. Wanta gaarii isaan qaban ni hubanna akkasumas dandeettii keenya isaan gargaaruuf itti fayyadamna. (Flp 2:3, 4) Jaalala akkasii caalaatti yommuu argisiisaa deemnu, Yihowaan fedha isaa raawwachuuf caalaatti nutti fayyadama.

VIIDIYOO WANTA JAALALLI GODHUU FI WANTA JAALALLI HIN GOONE YAADADHAA—OF HIN BOKOKSU JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Abishaalom kennaawwan akkamii qaba ture?

  • Kennaawwan isaa karaa dogoggoraatiin kan fayyadame akkamitti?

  • Of bokoksuu irraa fagaachuu kan dandeenyu akkamitti?—Gal 5:26

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi