LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Caamsaa ful. 8
  • Caamsaa 30–Waxabajjii 5

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Caamsaa 30–Waxabajjii 5
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Caamsaa ful. 8

Caamsaa 30–Waxabajjii 5

2 SAAMUʼEL 7-8

  • Faarfannaa 22 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Yihowaan Daawitii Wajjin Kakuu Gale”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 2Sa 8:2—Daawit Moʼaabota injifachuun isaa raajiin inni kam akka raawwatamu godhe? (it-2-E 206 key. 2)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Sa 7:1-17 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami; akkasumas haala yeroo ammaatti jiruu wajjin walqabsiisii dubbadhu. Barreeffama yaada namni haasofsiistu kaase ibsu tokko kenniif. (th qoʼannaa 13)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi; akkasumas haala yeroo ammaatti jiruu wajjin walqabsiisii dubbadhu. Kitaaba Qulqulluu tola akka barsiisnu ibsiif, akkasumas kaardii teessoo jw.org kenniif. (th qoʼannaa 18)

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 04 maal baratte, irra deebii fi galma (th qoʼannaa 8)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 91

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 10)

  • “Haala Yeroo Ammaatti Jiru Tajaajila Keessan Irratti Fayyadamaa”: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu.

  • Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 06

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa Haaraa Walgaʼii Naannoo 2022tiif Qophaaʼee fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi