LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Adoolessa ful. 5
  • Iddoo Gargaarsi Caalaatti Barbaachisu Deemaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Iddoo Gargaarsi Caalaatti Barbaachisu Deemaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Waajjira Damee Keessatti Maaltu Hojjetama?
    Yeroo Harʼaa Fedha Yihowaa Raawwachaa Kan Jiran Eenyufaʼi?
  • Karaawwan Tajaajila Kee Itti Balʼifattu
    Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaaʼuu
  • Gara ‘Maqedooniyaatti Ceʼuu’ Ni Dandeessaa?
    Tajaajila Mootummaa—2011
  • Ilaaltoota Ol Aanaa Tuuta Hoolotaa Tiksan
    Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaaʼuu
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Adoolessa ful. 5
Fakkii viidiyoo “Balbala Hojii Amantiidhaan Hojjetamuutti Seenaa—Iddoo Gargaarsi Caalaatti Barbaachisu Deemaa” jedhamu irratti hundaa’e. Fakkiiwwan garaa garaa: 1. Gaabri’eel qorannaa gochaa jira. 2. Waajjira dameetiif barreessuu ilaalchisee jaarsa gumii tokko haasofsiisaa jira. 3. Duula lallabaa addaa tokko irratti hiriyaa isaa Saamu’elii wajjin lallabaa jira.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU | WAGGAA TAJAAJILAA ISA HAARAATTI GALMA BAAFADHAA

Iddoo Gargaarsi Caalaatti Barbaachisu Deemaa

Tajaajila keenya bal’ifachuuf iddoo barre dhiisnee bakka haaraa deemuuf amantiin nu barbaachisa. (Ibr 11:8-10) Bakka gargaarsi caalaatti barbaachisu deemtee tajaajiluuf galma qabda taanaan jaarsolii kee mariisisi. Baasii kee shallaguu fi bakka deemuu dandeessu filachuuf maal gochuu dandeessa? Barreeffamoota keenya waa’ee bakka gargaarsi caalaatti barbaachisutti tajaajiluu ibsanii dubbisi. Obboloota gumii kan biraa deemanii gargaaruu irratti isaaniif milkaa’e haasofsiisi. (Fak 15:22) Yihowaan qajeelfama akka siif kennu kadhannaadhaan isa gaafadhu. (Yaq 1:5) Waa’ee bakka deemuu barbaaddu sanaa qoradhu, akkasumas kan danda’amu taanaan murtoo gochuu kee dura bakka dhaquu barbaaddu sana guyyoota murtaa’aniif daawwadhu.

VIIDIYOO BALBALA HOJII AMANTIIDHAAN HOJJETAMUUTTI SEENAA—IDDOO GARGAARSI CAALAATTI BARBAACHISU DEEMAA JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Gaabri’eel rakkina akkamii mo’uun isa barbaachisee ture? Wanti isa gargaare hoo maal ture?

Naannoo keetti gumii gargaarsi barbaachisu ilaalchisee odeeffannoo argachuu yoo barbaadde, ilaaltuu ol aanaa aanaa kee haasofsiisi. Gumii bakka fagootti argamuu fi gargaarsi barbaachisu ilaalchisee odeeffannoo argachuu yoo barbaadde, karaa Koree Tajaajilaa Gumii keetii waajjira dameetiif barreessi. Gumiin ati barbaaddu naannoo tajaajilaa waajjira damee keetii alatti kan argamu yoo ta’e waajjira damee hojii biyya sanatti raawwatamu qindeessuuf barreessuu dandeessa. Biyya sana keessaa naannoon filattu yoo jiraate, xalayaa kee irratti ibsi.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi