LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Adoolessa ful. 12
  • Hagayya 22-28

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Hagayya 22-28
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Adoolessa ful. 12

Hagayya 22-28

1 MOOTOTA 7

  • Faarfannaa 7 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Wanta Utubaawwan Lamaan Irraa Barannu”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 1Mo 7:23—‘Galaana sibiila baqfame’ irraa tolfamee fi mana qulqullummaatiif hojjetame irraa maal barachuu dandeenya? (it-1-E 263)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Mo 7:1-12 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Ba’uu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya ta’u irra jiruun jalqabi. Mormii baramaa ta’e tokkoof deebii kenni. (th qoʼannaa 6)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya ta’u irra jiruun jalqabi. Achiis birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniifiitii, qo’annaan Kitaaba Qulqulluu akkamitti akka geggeeffamu itti argisiisi. (th qoʼannaa 3)

  • Qo’annaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 06 qabxii 6 fi Namoonni Tokko Tokko Akkana Jedhu (th qoʼannaa 8)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 72

  • Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa: (Daq. 5)

  • “Duula Addaa Qo’annaa Kitaaba Qulqulluu Jalqabsiisuuf Ji’a Fulbaanaatti Godhamu”: (Daq. 10) Ilaaltuu ol aanaa tajaajilaatiin mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Dhugaa Ba’uu: Qo’annaa Kitaaba Qulqulluu—Fr 37:29 jedhamu taphachiisi. Qophii gumichi duulichaaf godhe dubbadhu.

  • Qo’annaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff Barumsa 17

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 13 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi