LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Adoolessa ful. 14
  • Hagayya 29–Fulbaana 4

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Hagayya 29–Fulbaana 4
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Adoolessa ful. 14

Hagayya 29–Fulbaana 4

1 MOOTOTA 8

  • Faarfannaa 41 fi Kadhannaa

  • Yaada Seensaa (Daq. 1)

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • “Kadhannaa Solomoon Gad of Qabuudhaan Garaadhaa Uummata Duratti Dhiheesse”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 1Mo 8:27—Yaadni Solomoon dubbate kun maal jechuu miti? (it-1-E 1060 key. 4)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Mo 8:31-43 (th qoʼannaa 12)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

  • Dhugaa Ba’uu: (Daq. 3) Yaada maree fakkeenya ta’u irra jiruun jalqabi. Barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko kenniif. (th qoʼannaa 1)

  • Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Yaada maree fakkeenya ta’u irra jiruun jalqabi. Achiis birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu kenniifiitii, viidiyoo Qayyabannaan Macaafa Qulqulluu Akkamitti Geggeeffama? jedhamu beeksisi (garuu viidiyicha hin taphachiisin). (th qoʼannaa 15)

  • Haasaa: (Daq. 5) km 5/10 2—Mata Duree: Tajaajiltoonni Kiristiyaana Ta’an Kadhachuun Isaan Barbaachisa. (th qoʼannaa 14)

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

  • Faarfannaa 44

  • “Yihowaan Kadhannaa Keessaan Akkamitti Deebisaa Akka Jiru Hubachuuf ni Carraaqxuu?”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo ‘Yihowaan Isa Kadhannaa Dhaga’u Dha’ jedhamu taphachiisi.

  • Qo’annaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 18 qabxii 1-5

  • Yaada Xumuraa (Daq. 3)

  • Faarfannaa 107 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi