LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Adoolessa ful. 14
  • Kadhannaa Solomoon Gad Of Qabuudhaan Garaadhaa Uummata Duratti Dhiheesse

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Kadhannaa Solomoon Gad Of Qabuudhaan Garaadhaa Uummata Duratti Dhiheesse
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Ogummaa Isaatiif Yihowaa Jajadhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Solomoon Mootii Ogeessa Ture
    Macaafni Qulqulluun Dhaamsisaa Maalidha?
  • Fakkeenya Gaariimoo Akeekkachiisa Siif Taʼa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
  • Faayidaa Ogummaan Qabu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Adoolessa ful. 14
Solomoon fuullee iddoo aarsaa mana qulqullummaatti sabicha fuuldura ta’ee kadhachaa jira.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Kadhannaa Solomoon Gad of Qabuudhaan Garaadhaa Uummata Duratti Dhiheesse

Solomoon yeroo manni qulqullummaa eebbifame namoota duratti kadhannaa garaadhaa madde dhiheesseera (1Mo 8:22; w09 11/15 9 key. 9-10)

Solomoon Yihowaa jajateera, akkasumas xiyyeeffannaa gara ofii isaatti hin harkisne (1Mo 8:23, 24)

Solomoon gad of qabuudhaan kadhannaa dhiheesseera (1Mo 8:27; w99-AM 1/15 17 key. 7-8)

Solomoon keessumaa namoota uummata duratti kadhataniif fakkeenya gaarii ta’a. Yeroo akkasiitti namoota caalaa Yihowaa irratti xiyyeeffachuu qabna.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi