Fulbaana 12-18
1 MOOTOTA 11-12
Faarfannaa 137 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Hiriyaa Gaaʼelaa Ogummaadhaan Filadhaa”: (Daq. 10)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
1Mo 12:21-24—Rooboʼaam Mootichi ajajamuu isaa irraa maal baranna? (w18.06 14 key. 1-4)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 1Mo 12:21-33 (th qoʼannaa 10)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Dhugaa Baʼuu: (Daq. 3) Duula qoʼannaa Kitaabaa Qulqulluu jalqabsiisuutiif maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 3)
Deddeebii Gaaffii: (Daq. 4) Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu dhugaa baʼuu irratti jalqabame, barumsa 01ffaa birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamuun itti fufsiisi. (th qoʼannaa 11)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5) lff barumsa 07 qabxii 4 (th qoʼannaa 8)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Gaaʼela—Hariiroo Jireenya Guutuu”: (Daq. 15) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyoo Gaaʼela Dhaabbachuuf Qophaaʼuu—Kutaa 3: ‘Baasii Kee Shallagi’ jedhamu taphachiisi.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) lff barumsa 19 qabxii 1-4
Yaada Xumuraa (Daq. 3)
Faarfannaa 63 fi Kadhannaa